Oromo - AMES

32 downloads 1933 Views 125KB Size Report
Yaadni kee kanneen armaan gadii keessaa kam irratti akka tahe nuuf ibsi: ... Maaltu akka tahee fi eenyuun akka ilaalu/dabalu ... Action Completed Date:.
UNKA YAADAA Yaadni nuuf kennuu fedhte maali?

□ Komii

□ Galateeffata

□ Yaada walii galaa

Yaadni kee kanneen armaan gadii keessaa kam irratti akka tahe nuuf ibsi:

□ Bakka jireenyaa □ Dhimma dhuunfaa fi tajaajila □ Barmootaa fi odeeffata □ Sagantaa gargaarsa tolaa □ Dhimma Fayyaa □ Gaggeessa Hawaasaa

□ Mallaqa gargaarsa jireenyaa □ Kan biro (ibsi) ……………………………..

Komii/galateeffata/yaada walii gala qabdu bal’inaan ibsi: Yoo ni qabda tahe akka itti aanu kanatti bal’inaan ibsi: -

Maaltu akka tahee fi eenyuun akka ilaalu/dabalu Ragaa jiru, wanni galmaawee yoo jiraate guyyaa isaa waliin, namoota argan maqaa isaanii waliin

Komii/galateeffata/yaada walii gala qabdu hojjettoota AMES waliin dubbattee jirtaa?

□ Eyyee

□ Lakki

Eyyee yoo jedhte maal akka dubbattan taraarama armaan gadii keessatti ibsi

Guyyaa mariyatame: Nama waliin dubbatte: Itti-baha marii kanaa:

OROMO

Komii/galateeffata/yaada walii gala keef AMES yoo akkamiin siif deebise fedhta?

Yeroo kee fudhattee yaada kee nuuf ibsuu keetiif galatoomi. Unka kana lakkofsa posta ykn email kanatti erguu dandeessa: General Manager Settlement AMES GPO Box 4728 Melbourne VIC 3001 Ph: (03) 9926 4604 Email: [email protected]

Yaada kee kanaaf akka si dubbisnu yoo fedhte tararama kanaa gadii afaan English dhaan guuti: Name: Contact Number: Address: AMES PROGRAM: Date: Komiin kee nu dhaqqabee guyyaa hujii 5 hin caalle keessatti ilaalla.Nama afaan siif hiiku/deebisu fi akkasumas bakka kee bu’ee kan siif dubbatu siif qopheessamuutu mala. Waan irra gahames afaaniinis tahe barruudhaan guyyaa hujii 7 keessatti si hubachiisna. Yaada walii gala gara -DIAC Global Feedback Unit, bilbila tolaa 133 177 sa’aa dalagaatti dhawuu dandeessa yookaan gara - The Manager, Global Feedback Unit, GPO Box 241, Melbourne Victoria 3001 Australia jedhtee barreessuu dandeessa. Office use only

Date received: Client Name: HEMS or BOAT ID: Program: Visa Type (if applicable): Action Taken: Action Completed Date: Signature:

OROMO